Addaan Ciccitiinsa Humna Ibsaa

Addaan Ciccitiinsa Humna Ibsaa Ciccitiinsa Humna Ibsaa

Posted by admin on 2024-07-15 12:12:44 | Last Updated by admin on 0000-00-00 00:00:00

Share: Facebook | Twitter | Whatsapp | Telegram Visits: 19


Addaan Ciccitiinsa Humna Ibsaa

Tajaajila Humna Ibsaa Itiyoophiyaatti Distriiktii Damee Jimmaa

Magaalotaa fi naannoowwan Tajaajila Humna Ibsaa Distiriiktii Jimmaa jala jirtan kanneen akka Aggaaroo, Asandaaboo, Sokorruu, Toobbaa, Saqqaa, Limmuu, Gaattiraa-Sigimoo, Bashaashaa, Geeraa, Danbii, Shabee, Dedoo, Naaddaa, Diimtuu, Abbaltii-Qumbii-Naatirii, Atinaagoo, Baggee-Kaarraa akkasumas naannoowwan Godina Jimmaa jalatti argaman hunda keessaatti sababa xiqqaachuu humna elektirikaa biyyoolessaan tajaajilli elektirikaa darbee darbee waan mudatuuf, amma humni ibsaa elektirika biyyoolessaa sirratutti dabareedhaan waan kennamuuf obsaan nu eegaa isin jenna.


Leave a Comment: